Search This Blog

Sunday, February 25, 2024

Reuters investigation reveals ‘secretive security committee’ in Oromia, sheds light on Karrayyu Gadaa leadership massacre

Justice for Karrayyu Gadaa  Oromo leaders

 After conducting a months-long investigation, Reuters says it has uncovered troubling actions perpetrated by a concealed security apparatus with the objective of suppressing dissent within Ethiopia’s largest and most populous region, Oromia.

The specific allegations encompass dozens of extrajudicial killings purportedly ordered by the committee, along with hundreds of warrantless detentions of individuals deemed “security threats.”

Among the highlighted instances of violence is the massacre of 14 elders from the Karayyuu tribe in 2021, which the government attributed to OLA fighters. However, the investigative report indicated that “evidence indicates the Committee authorized security forces to carry out the slaughter.”

The 2021 killing of Karrayyu Gadaa leaders in the East Showa Zone of the Oromia region, including Abba Gadaa and Kadir Hawas Boru, has been a subject.

the killings of the leaders were carried out with the involvement of government forces. However, the Oromia regional government attributed the attacks to the OLA, whcih has later been incorporated by a partial report from the state-appointed Ethiopian Human Rights Commission (EHRC), which said that there was “reasonable ground to believe” that the killing of 14 members of the Gadaa leaders constitutes “extrajudicial killing” by security forces.

Reuters’ investigation sheds the step-by-step decision leading up to the point-blank shooting of the 16 Gadaa leaders.

The investigative report by Reuters also asserted the presence of interference by the Committee in the justice system, leading to prolonged detentions without cause. Additionally, the report documented accounts of detainees being subjected to torture methods, including electrocution, suspension, and beatings.

According to the report, “Judges and lawyers attempting to resist such interference have faced violent reprisals and intimidation.”

Furthermore, it asserts that Ethiopia’s Human Rights Commission (EHRC) verified “the existence of the Committee” and indicated that it has “documented extrajudicial killings, arbitrary detentions, and torture linked to the body.”

As quoted in the report, Daniel Bekele, the chief commissioner of EHRC, stated that “its aim was to address growing security challenges in Oromiya, but it overreached its purpose by interfering in the justice system with widespread human rights violations.”

Reuters also indicated its inability to independently verify all specific allegations but asserted that “patterns of abuse were clearly evidenced.”

Wednesday, February 21, 2024

Sirni Gadaa Gaaddisa Hin Diigamne Oromoon Cufti Jalatti of Arguu dha!

 Sirni Gadaa Gaaddisa Hin Diigamne Oromoon Cufti Jalatti of Arguu dha!


Oromoon saba guddaa hortee Kuush naannawa Gaanfa Afrikaa jiraataa turee fi jiru ummata sirna ittiin bulmaata mataa isaa, kan madda dimokiraasii ammayyaa tahe Sirna Gadaa qabuu dha.
Akka maanguddoonni Oromoo himaansaan dhalootaa dhalootatti daddabarsaa turan irraa kan hubannu hundeeffamuu Sirna Gadaan duratti Oromoon gurmuu tokkoomaa fi waliin jireenya hawaasummaa isaa cimsuuf jecha Sirna Angafaa fi Quxisuun wal-bulchaa tureera. Dhawaata dhawaataan garuu Sirna Gadaa hundeessuun caalaatti of ijaaree diina isa weerare of irraa qolatee dachee Oromiyaatti kabaja horee akka ture seenaa irraa hubachuun ni danda’ama.
Haa ta’u malee, Sirni Gadaa Oromoo xumuramuu lola jaarraa 16ffaa irraa eegalee hanga gaafa walakkeessa jaarraa 19ffaatti sababoota dhiibbaa keessoo fi alaatiin dadhabaa dhufe. Itti fufuunis, walakkeessa jaarraa 19ffaa irraa eegalee dhiittaa fi dhiibbaa sirnoota nugusaatiin cabee Gadaan Oromoo inni waloon ture harca’ee golee goleetti gale. Ummatni giddu gala siyaasaa (political centre) Madda Walaabuutti qabaataa turee fi qajeelfamoota jiran cufa achii fudhachuun ittiin wal taliigaa ture dhiibbaa keessoo fi alaatiin adda cite. Madda Walaabuu cinattis humna isaa jabeeffachuun bakkoota garagaraa Mormorii hanga hara Xaanaatti fi Finfinnee dabalatee giddu gala siyaasaa beekkamaa qabaataa tureera.
Caffeen tumaa Sirna Gadaa Oromoo inni waloo Madda Walaabuu haa tahu malee, goleelee Oromiyaa cufa keessatti caffee tumaa Sirna Gadaa mataa isaa of danda’e qabaachaa tureera. Isaanis:-
1) Oromoon Giddu-gala Oromiyaa Shawaa Bahaa (Tuulamni) Odaa Nabeetti,
2) Oromoon Giddu-gala Oromiyaa Shawaa Lixaa (Macci) Odaa Bisilitti,
3) Oromoon Kibba-baha Oromiyaa Arsii fi Baalee (Sikkoo fi Mando) Odaa Roobaatti,
4) Oromoon Baha Oromiyaa Harargeen (Ituu fi Humbanna) Odaa Bultumitti,
5) Oromoon Lixa Oromiyaa Wallaggaan (Macci) Odaa Bulluqii fi Makoo Biliitti,
6) Oromoon Kibba Oromiyaa Booranni Gumii Gaayootti,
7) Oromoon Kibba Oromiyaa Gujiin Me’ee Bokkootti,
8.Oromoon Kibba-lixa Oromiyaa Iluun (Macci) Odaa Dooggiitti,
9) Oromoon Kibba-lixa Oromiyaa Jimmaan (Macci) Odaa Hullee fi Baabboo Kooyyeetti,
10) Oromoon Kaaba Oromiyaa Walloon Odaa Gaaradoottii fi iddoo biraattis bifuma walfakkaatuun kanneen argaman karaa Abbaa Muudaan hanga gaafa sirna garboomfataan quunnamtiin waloo adda citutti Sirna Gadaa ititaa, cimaa fi furga’aa qabaataa tureera.
Akka kanaan, Sirni Gadaa Oromoo sirnoota abbaa irree dhufaa darbaan dhiibbaan irratti raawwatamaa ture irraa dandamatee har’a wal harkaa fuudhamaa kan dhufe keessaa tokko Gadaa Oromoo Gujii isa Me’ee Bokkoo ti.
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) sirni wal harkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa 75ffaa Ardaa Jilaa Me'ee Bokkootti raawwachuu yeroo argu gammachuun nutti dhagahame akkaan ol’aanaa dha.
Wal harkaa fuudhiinsi Gadaa kun haala duudhaa isaa eeggateen waggoota 600 oliif dhaloota irraa gara dhalootaatti Baallii dabarsaa asiin kan gahe Gadaan Oromoo Gujii, har’a Abbaa Gadaa 75ffaa bira gaheera. Haala kanaan, Guraandhala 21, 2024 Baallii Gadaa Abbaa Gadaa 74ffaa Jiloo Maandhoo irraa Abbaa Gadaa Jaarsoo Dhugoo Abbaa Gadaa Gujii 75ffaa ta’uun baallii fudhaniiru. Gadaa Harmufaa 74ffaan Abbootii Gadaa Rooboleetii Baallii Gadaa 75ffaa dabarsanii kennaniiru.
Gaaddisa Oromoo bara baraa kan tahe Sirni Gadaa ganna saddeet saddeetiin wal harkaa fuudhamu, Gadaan Oromoo Gujii Ardaa Me’ee Bokkootti sirna duudhaa fi safuu isaa eeggateen gaggeeffamuu isaatti irra deebiin Addi Bilisummaa Oromoo gammachuu itti dhagahame ibsata.
Haa tahu malee, Gaaddisni Odaa Oromoo guddaan Oromoon jalatti daheeffatu, Sirna Gadaa qabaachuu fi tikfachuun keenya akkuma jirutti tahee, ammas Sirni Gadaa diinaan nu harkatti cabee ture of tahee, of danda’ee tuttuqaa abbootii irree aangoo siyaasaa afaan qawween dhuunfachuun afaan qawween ummata bitaa jiran jalaa bilisa bahee dhaabbata jabaa fi ititaa tahee akka Sirna Bulchiinsaatti labsannee ittiin buluu irra hin geenye. Sirni Gadaa, seenaa qabaachuu fi dhaabbata UNESCO irratti haa galmaahu malee, lafa irratti ifaa fi mul’ataa tahee guutummaa goleelee Oromiyaa keessatti sirna bulchiinsaa ummataaf tajaajila waloo kennuu irraa rarra’ee hanqatee jira. Kanaaf, Oromoon akka sabaatti bu’aalee harka irraa qabu jabeeffataa milkaayinni guddaan argachuu malu akka isaaf hafu dagachuu hin qabu.
Maayii irratti, Qabsoon Bilisummaa Oromoo Adda Bilisummaa Oromoon gaggeeffamu, qabsoo dimokiraasii, mirga abbaa biyyummaa, walqixxummaa sabaa fi sab-lammootaa ti. Kanuma waliin ABOn, dimokiraasii haqaa lafa qabsiisuuf qabsoo taasisu keessatti Sirni Gadaa bu’uura dimokiraasii hammayyaa tahuu baree, qabsoo haqaa ummanni keenya rakkoo gama hundaan keessatti kufe keessaa akka bahuuf wareegama barbaachisu cufa kaffalaa tureera; ammas itti jira.
Waan taheef, Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n, Sirna Gadaa Oromoo waloon ture diinaan cabee golee goleetti gale bakka turetti deebisuu, duudhaa fi safuu ummata keenyaa bakkatti tiksuun aadaa Oromoo hundeen jabeessuuf hojjata. Itti dabaluunis, ummanni keenya golee Oromiyaa cufa keessa jirtan hundee dimokiraasii hammayyaa kan tahe Sirna Gadaa keessan tikfachuun, waan safuu fi safeeffannaa Oromoo cabsu osoo isin hin dagin, waan keessan jabeeffadhaan dhaamsa keenya. Kanaafi kan Sirni Gadaa Gaaddisa Hin Diigamne Oromoon Cufti Jalatti Of Arguu dha jenneef.
Injifannoo Ummata Bal’aaf!
Adda Bilisummaa Oromoo

Thursday, February 8, 2024

ማምታታት እና በመሬት ላይ ያለውን ተጨባጭ እውነታ መካድ እያየን ያለነውን ማለቂያ የሌለው ጦርነት፣ ረሃብና ሰቆቃ ያስከተለ የኢትዮጵያ መንግስታት ባህል።

 ማምታታት እና በመሬት ላይ ያለውን ተጨባጭ እውነታ መካድ እያየን ያለነውን ማለቂያ የሌለው ጦርነት፣ ረሃብና ሰቆቃ ያስከተለ የኢትዮጵያ መንግስታት ባህል።

የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ

የኦሮሞ ነጻነት ግንባር እና በኢትዮጵያ መንግስት መካከል በአስመራ ተደርሶ የነበረውን ስምምነት ያፈረሰው ዶር ኣብይ ኣህመድ ዋና መሪ የሆኑበት የኢትዮጵያ መንግስት ነው።የኢቲዮጵያን መንግስት በመወከል ፕሬዘዳንት ለማ መገርሳና ዶር ወርቅነህ ገበየሁ እና በኦነግ መካከል ነሃሴ 2018 ዓም በኣስመራ ከስምምነት ተደረሰ። በዚህ ስምምነት መሰረት በኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል፣ በኦነግ እና በኢትዮጵያ መካከል ያለው ግንኙነት የጦርነት ግንኙነት መሆኑን በጋራ ተስማምተዋል። ይህ የጦርነቱ ግንኙነት አብቅቶ በኢትዮጵያ የፖለቲካ ጥያቄዎችን በሰላማዊ መንገድ በማካሄድ ላይ ከስምምነት ተደርሷል። ለዚህም ቀዳሚው የኢትዮጵያ መንግስት የደህንነት ሃይሎችን ጨምሮ የታጠቁ ሃይሎች ጉዳይ መሆን በሚገባቸው ላይ በስፋት ተነጋግረው ስምምነት ላይ ተደርሷል ።
የኢትዮጵያ መንግስት የጸጥታ ሃይሎች ለየትኛውም የፖለቲካ ድርጅት እና ቡድን ሳያደሉ የሀገሪቱን ህገ መንግስት እና ህግጋት በማክበር ሁሉንም ብእኩልነት እንዲያገለግሉ፣ በኦነግ ስር ተደራጅቶ የሚገኘው ሰራዊት (የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት) በተመለከተ ኦነግ ወደ ሃገር ቤት ሲገባ አብረው የጋራ ኮሚቴ (Joint Committee) ኣቋቁመው ዓለም አቀፍ ህጎችን እና ደንቦችን በተከተለ ሁኔታ የታጠቁ ሃይሎች የሚዋሀዱበትን ስርዓት ተከትሎ እንዲፈጽም፣ ኦነግም ሆነ ሌሎች ፖለቲካ ፓርቲዎች በሃገሪቷ ውስጥ በሰላማዊ መንገድ በመንቀሳቀስ ያመኑበትን የፖለቲካ ፕሮግራም ያለኣንዳች እገዳና እንቅፋት የሚያካሄዱበት ላይ ቃል ተግብቶ ከስስምምነት ላይ ተደረሰ።
ከዚሁ ጋር የሚተሳሰረው እ.ኤ.አ. በ1992ዓም ኦነግን በሴራ ከፖለቲካው መድረክ ተገፍቶ ሲወጣ በመላው ሃገሪቱ የነበሩትና የተዘጉ ፅህፈት ቤቶቹ ጉላሌ የሚገኘውን የኦነግ ዋና መሥሪያ ቤትን ጨምሮ እንዲመለሱለት፣ እንዲሁም በ1996ዓም የተዘጋው የኦሮሞ መረዳጃ ማህበር ጽ/ቤቶችና የተዘረፉት ንብረቶቹ እንዲመለሱ በሚል ላይ ተስማሙ። እነዚህ እና ሌሎች ከእነዚህ ጋር በተያያዙ ሁሉም ነጥቦች ስምምነት ላይ ተደረሰ። ኦነግ ከገባ በኋላ የሆነው እና ኦነግ ላይ የተፈጸመውን ክህደት መላው ህዝብ ሙሉውን መረጃ እንዳለው እናምናለን። በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ላይ ኦነግ ከአስመራ ተነስቶ ሃገር ቤት ከመግባቱ በፊት የማያቋርጥ ውጊያ መካሄድ ቀጠለ።
የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን በሁለት ሳምንታት ውስጥ እናጸዳለን በሚል በጄኔራል ብርሃኑ ጁላ እና በፕሬዝዳንት ለማ መገርሳ የተሰጠውን አዋጅ ሁሉም ሰው ያስታውሰዋል። ይህንን ለማረም እና በስምምነታችን መስረት ለመቋጨት በድርጅታችን እና በአባ ገዳዎች በኩል የተደረገው ሙከራም ሰፊ ቢሆንም እንዴት ኣንደከሸፉ ሁሉም ያስታውሳል ብለን እናምናለን። ኦነግ እንዳይንቀሳቀስ ተከለከለ። በሃግሪቱ በበርካታ ቦታዎች የከፈታቸው ጽህፈት ቤቶች በጦር ሃይል እና በፖሊስ ተዘግተው፤ ንብረት ተዘረፈ። ጉለሌ ከሚገኘው ዋናው መስሪያ ቤት ከፍተኛ የድርጅቱ አመራሮችን ጨምሮ ሁሉም በፊንፊኔ ፖሊስ ሃይል እንዲወጡ ተደርገው እስከዛሬም ድረስ ማንም ሰው እንዳይገባ ፖሊስ ጽ/ቤቱ ፊት ለፊት ተቀምጦ ይጠብቃል።
የኦነግ አመራሮች እና የፖለቲካ ኦፊሰሮችና ባለስልጣናት ከመላው ኦሮሚያ ያልታሰሩበት የሉም። ይህን ጉዳይ እና ያለውን እውነታ በምርጫ ቦርድ የተቋቋመው ኮሚቴ ጉዳዩን መርምሮ ሪፖርቱን ለፖለቲካ ፓርቲዎች የጋራ ምክር ቤት እና ለሀገሪቱ ፓርላማ የዲሞክራሲ ኮሚቴ ሪፖርት አስገብቷል።
የኦነግ ቢሮዎች አሁንም ዝግ ሲሆኑ ንብረቱም እንደተዘረፈ ነው። መላው ህዝብ እንዲሚያውቀው የኦነግ ኣመራሮች ከአራት አመታት በላይ በእስር ቤት ያለፍርድ ቤት እውቅና እየተሰቃዩ ናቸው። የፖለቲካው መድረክ ለሁሉም እንዲጠብ ተደርጎ ተንቀሳቅሶ መስራት ስለማይቻል ችግር ውስጥ ተገብቷል። በመላው ሃገሪቷ ውስጥ የተሰማሩት የብልጽግና ጦር፥ ፓርቲ ፖሊስ፣ እና ሚሊሻ ሃይሎች ዜጎችን በፈለጉበት ቦታ መግደል፣ መደብደብ፣ መዝረፍ እና ቤቶቻቸው ማቃጠልን የእለት ተእለት ስራቸው አድርገውታል።
ይህንን እውነታ በመካድ ነው እንግዲህ ጠቅላይ ሚኒስትር ዶር አቢይ አህመድ ትናንት ጥር 06 ቀን 2024 ዓም ለሃገሪቷ ፓርላማ “ኦነግ ስራውን በሰላማዊ መንገድ እያካሄደ ነው፤ የፈረሰ ስምምነት የለም ወዘተ.” በማለት የተናገሩት። ከፓርቲው እራሳቸውን ያገለሉና ብልጽግና የሾማውቸው ግለሰቦች ካልሆኑ በስተቀር፣ ከብልጽግና መንግስት ጋር ሥልጣን ተጋርተው በስራ ላይ ያሉ የኦነግ ኣመራሮች የሉም።
የኢትዮጵያ መንግስታት የፖለቲካ ማምታታት ውጤት ኢትዮጵያን ለጦርነት፣ ረሃብ፣ ድህነት፣ መፈናቀል እና ውድመት የዳረገ እንደሆነ የአገሪቱ እና የመሪዎቿ ታሪክ ይገልጻል። ኣሁንም ይኸው መቀጠሉ ደግሞ የኣሁኑን ትውልድ ያጋጠመ የከፋ አሳዛኝ እውነታ ነው። ከዚህ እንዴት እንወጣለን ይሚለው ከዚህ ትውልድ ፊት የታጋረጠ ፈተና መሆኑን ሁሉም ተረድቶ መቀበል አለበት።
ድል ​​ለሰፊው ህዝብ!
የኦሮሞ ነጻነት ግንባር
የካቲት 7 ቀን 2024 ዓም
ፊንፊኔ