𝐈𝐥𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐃𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐭𝐮𝐮𝐧 𝐘𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐚𝐫𝐛𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐦𝐞.
Kanneen maqaa WBO woliin hidhata qabdan jechuun hidhamanii batii 4f oliif dararaa argaa jiraaniis hedduu dha jedhu maddeen .
Kanneen murna Biltsiginnaan yakkamuun hidhamanii dararaa ulfaataa waajjira poolisii ona Xiyyoo fi waajjira poolisi Buchiinsa magaalaa Asallatti argaa jiran keessaa kan maqaan nu dhaqqabe namoonni 25 tahan korkodama hidhaa keessatti argaman,
Aabbee Roobaa Waariyoo, Aadam Aabbee , Addee Suugee haadha manaa Aabbee Roobaa, Gannoo Abbee Roobaa , Insarmuu / Olyaad Eebisoo, Mahaammad Aadam Badhadhaa, Kamaal Shibbiruu, Amaan Waadoo, Jamiilaa Makkoo, Gamoo Tolaa , Muhaammad Wayyeessoo Manguddoo umrii (70), Sulxii Abbee Jaarraa, Hajjii Kaawoo ( umrii-80 ol) Eda'oo Gobee ( WBOf qarshii 50,000 ) kenniteef jechuun sobaan ragaa malee kan farrajame, Kamaal Guddatoo, Muhaammad Tolaa Wayyeessoo, Gammachuu Tolaa Waariyoo, Kaabboo Abboo Jaarraa, Abdii Coomee Turaa, Kamaaloo Wayyeessoo Leenjisoo, Jibriil Xaahir, Idiriis Eebbuu, Sulxii Jaanboo, Muusaa fi Moominaa kanneen jedhaman keessatti argamu.
THE FOLLOING ARE LISTS OF NAMES OF OROMO PEOPLE ARRESED BY ABIY AHMED REGIME,





No comments:
Post a Comment