Waraanni Wayyaanee Lola Uumata Oromoo Irratti Baneen Baalee Roobee Keessatti Oromoonni Hedduu Wareegamuu fi Madhaawuun Gabaafame. Kanuma Waliin Loltooti Wayyaanee 2 ta’anis Akka Ajjeefaman Beekame.
Gabaasa Qeerroo Caamsaa 1,2014 Baalee Roobee
Hanga saa’aa amma kanatti humni Agaazii faashistii Wayyaanee baratoota Oromoo University Madda Walaabuu kanneen reeffi argame 20ma kan ajjeessan yoo tahu baratootaafi ummatni ajjeeffame lakkoofsaan sanii ol-akka tahe J/Q/A-amma gabaase. Hanga ammaatti magaalaa Roobee humni Agaazii Wayyaanee mana manaan seenuun ummata tumuutti jira. Dubartootni miidhaan hamaan irra gaye kudhan gahanii jiru. Ambulaansiin magaalaa guutuu keessa fiiguun reefaafi mado guuraa jirti jedha.Namni tokko manaa akka gadi bane labsame illee uummaani tole jedhee Wayyaaneef hin abboomamne.Haalli jiru guddoo gaddisiisaafi suukaneessaadha jedha.
Humni Agaazii wayaanee barattoota marsee jennaan ummatni gootummaan hiriira baratoota ilmaan
Lola kanaan humni agaazii Wayaanee lama
No comments:
Post a Comment