Search This Blog

Sunday, October 8, 2023

Abiy Ahmed regime continue arresting innocent Oromo civilians accusing them of being a supporter of OLF/OLA

  ๐ˆ๐ฅ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ๐ง ๐Œ๐š๐ช๐š๐š ๐–๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ƒ๐ž๐ž๐ ๐ ๐š๐ซ๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐˜๐š๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐Œ๐š๐ง๐š ๐‡๐ข๐๐ก๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ƒ๐š๐ซ๐›๐š๐ญ๐š๐ฆ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐š๐ซ๐š๐ฆ๐ž.

Akka odeessi maddeen irraa nu dhaqqabe addeessutti Kibba Baha Oromiyaa Godinaa Arsii bahaa ona Xiyyoo fi magaalaa Asallaatti ummatni nagaa maqaa WBO waliin hidhata qabduun yakkamuun hidhamanii dararamaa jiraachutuu barame.
Kanneen maqaa WBO woliin hidhata qabdan jechuun hidhamanii batii 4f oliif dararaa argaa jiraaniis hedduu dha jedhu maddeen .
Kanneen murna Biltsiginnaan yakkamuun hidhamanii dararaa ulfaataa waajjira poolisii ona Xiyyoo fi waajjira poolisi Buchiinsa magaalaa Asallatti argaa jiran keessaa kan maqaan nu dhaqqabe namoonni 25 tahan korkodama hidhaa keessatti argaman,
Aabbee Roobaa Waariyoo, Aadam Aabbee , Addee Suugee haadha manaa Aabbee Roobaa, Gannoo Abbee Roobaa , Insarmuu / Olyaad Eebisoo, Mahaammad Aadam Badhadhaa, Kamaal Shibbiruu, Amaan Waadoo, Jamiilaa Makkoo, Gamoo Tolaa , Muhaammad Wayyeessoo Manguddoo umrii (70), Sulxii Abbee Jaarraa, Hajjii Kaawoo ( umrii-80 ol) Eda'oo Gobee ( WBOf qarshii 50,000 ) kenniteef jechuun sobaan ragaa malee kan farrajame, Kamaal Guddatoo, Muhaammad Tolaa Wayyeessoo, Gammachuu Tolaa Waariyoo, Kaabboo Abboo Jaarraa, Abdii Coomee Turaa, Kamaaloo Wayyeessoo Leenjisoo, Jibriil Xaahir, Idiriis Eebbuu, Sulxii Jaanboo, Muusaa fi Moominaa kanneen jedhaman keessatti argamu.
THE FOLLOING ARE LISTS OF NAMES OF OROMO PEOPLE ARRESED BY ABIY AHMED REGIME,






No comments:

Post a Comment