Search This Blog

Friday, April 25, 2014

Demonistration at Haromaya University Against Landgrab and Oromo prisoners

Dhagahaa
guyyaa har'aa barattoonnii yuniversitii haramayaa hiriira nagaa ganama sa'aa 1 irraa jalqabee bahan. hiriira kanaanis dhaadannoo kanneen akka
-oromiyaa gurguruun haa dhaabatu
-DH.D.U.O'n maqaa ummata oromoo baattee lafaa oromoo gurgurachuu haa dhaabdu
-dhaloonni oromoo manneen hidhaa keessa jiran gad haa lakkifaman jedhuu fi k.k.f dhageessisaa oolan.
hiriirri kun naga qabeessa ta'ullee barattoonni eessayyuu akka hin deemne humna mootummichaatiin dhoorkamaniiru.
DHIITAAN DHIITTAAN DHUFTE DHOOHUUFI' jabaadhaa. -- 
Haro1.jpg ---
Haro4.jpg 

Haro2.jpg 

Haro1.jpg
--- 

No comments:

Post a Comment