Search This Blog

Thursday, June 12, 2014

Dararamuu Baqatoota Afrikaa Kan Yaman Keessaa Mootummaan Beeka

Jaallannee Gammadaa | VOA | Wax. 09, 2014
WASHINGTON, DC – Baqatoonni Afrikaa kanneen Yaman keessaa irratti dararaan gaggeeffamu tooftaa dhokotaan harkii mootummaa keessa jira jechuun gareen mirga dhala namaaf falmu Hiyumaan Raaytis Waach gabaasee jira.
Gareen kun gabaasaa isaa kanaan akka hubachiiseetti kanneen seeraan ala namoota deddeebisan baqattoota Afrikaa Yaman keessa jiran dararaa gara jabinaa irratti gaggeessuun firri isaanii lafa fagoo maallaqa akka ergu bilbilaan doorsisuu jedheera.
Maallaqa haala akkasiin argamu kana irraa aangawoonni mootummaa Yaman kan qoddatan ta’uu gareen kun yeroo duraaf saaxile.
Kanas aangawoota mootummaa biyyattiif kan ibsine ta’us ni haalan jedha gareen kun.
——————–
RELATED:
Yemen’s Torture Camps (Human Rights Watch)
Abuse of Migrants by Human Traffickers in a Climate of Impunity
The [following] report documents harms suffered by migrants, most from the Horn of Africa, who try to travel through Yemen on their way to Saudi Arabia for work. Human Rights Watch found that various Yemeni security agencies in the border town of Haradh, where dozens of camps exist, and at checkpoints, allow the human trafficking industry to flourish with little government interference.

No comments:

Post a Comment